Berhan Yosef
Baga nagaan dhuftan Baha Biiftuu Channel! 🎵 Muuziqaa Oromoo, sirboota haaraa fi kaverii AI fayyadamuun qophaa'an as keessatti argattu. Akkasumas aadaa fi seenaa Oromoo, keessattuu Harargee, viidiyoo qulqullina qabuun dhiyeessina. 🎤 Sirboota Oromoo fi viidiyoo muuziqaa 🎶 Kaverii artistoota Oromoo 🌍 Aadaa fi seenaa Oromoo 👉 Subscribe godhaa: https://www.youtube.com/@BahaBiiftuu-f9k?sub_confirmation=1 Oromo music, AI-assisted song covers, and Oromo culture from Harargee, Oromia, Ethiopia. Subscribe for new songs and music videos. Follow Baha Biiftuu: Facebook: https://www.facebook.com/berhantips TikTok: https://www.tiktok.com/@bahabiiftuuti Telegram: https://t.me/bahabiiftuu